News

Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti muudama phaaphaasotaa ‘sirna mana amantaa cabsuun raawwate’ booda muddamni dhalatee ture furmaata argateera. Kanaanis abbootiin amantaa seera ...
Amajjii 14 bara 2016 mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Oromiyaatti teessoon qulqulluu sinodoosii Abuna Pheexiroos (Magarsaa Badhaasaa) hundaa’uu phaaphaasonni kibxata darbe miidiyaaf ibsa ...